Ash-Shu'ara · 161/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ لُوطٌ أَلَا تَتَّقُونَ ۝١٦١
Iz qaala lahum akhoohum Lootun alaa tattaqoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 159-163 — Ash-Shu'ara

159وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
160كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte
161إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ لُوطٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
162إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Dhugumatti, ani isiniif ergamaa amanamaadha
163فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
161Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 161

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 161 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii

Suuratu Aayah 161/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 159–163. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers