Ash-Shu'ara · 163/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ ۝١٦٣
Fattaqul laaha wa atee`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 161-165 — Ash-Shu'ara

161إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ لُوطٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
162إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Dhugumatti, ani isiniif ergamaa amanamaadha
163فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa
164وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
165أَتَأْتُونَ الذُّكْرَانَ مِنَ الْعَالَمِينَ
Sila isin (qunnamtii saalaatiif) aalama hunda irraa dhiirotatti dhuftuu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
163Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 163

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 163 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa

Suuratu Aayah 163/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 161–165. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers