Ash-Shu'ara · 196/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّهُ لَفِي زُبُرِ الْأَوَّلِينَ ۝١٩٦
Wa innahoo lafee Zuburil awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 194-198 — Suuratu Ash-Shu'ara

194عَلَىٰ قَلْبِكَ لِتَكُونَ مِنَ الْمُنذِرِينَ
Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]
195بِلِسَانٍ عَرَبِيٍّ مُّبِينٍ
Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een
196وَإِنَّهُ لَفِي زُبُرِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira
197أَوَلَمْ يَكُن لَّهُمْ آيَةً أَن يَعْلَمَهُ عُلَمَاءُ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif) hin ta’uu
198وَلَوْ نَزَّلْنَاهُ عَلَىٰ بَعْضِ الْأَعْجَمِينَ
Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
196Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 196

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 196 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira

Suuratu Aayah 196/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 194–198. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers