Ash-Shu'ara · 197/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
أَوَلَمْ يَكُن لَّهُمْ آيَةً أَن يَعْلَمَهُ عُلَمَاءُ بَنِي إِسْرَائِيلَ ۝١٩٧
Awalam yakul lahum Aayatan ai ya`lamahoo `ulamaaa`u Baneee Israaa`eel
📖 Afaan Oromoon
Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif) hin ta’uu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 195-199 — Ash-Shu'ara

195بِلِسَانٍ عَرَبِيٍّ مُّبِينٍ
Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een
196وَإِنَّهُ لَفِي زُبُرِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira
197أَوَلَمْ يَكُن لَّهُمْ آيَةً أَن يَعْلَمَهُ عُلَمَاءُ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif) hin ta’uu
198وَلَوْ نَزَّلْنَاهُ عَلَىٰ بَعْضِ الْأَعْجَمِينَ
Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee
199فَقَرَأَهُ عَلَيْهِم مَّا كَانُوا بِهِ مُؤْمِنِينَ
Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
197Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 197

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 197 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif)…

Suuratu Aayah 197/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 195–199. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers