Ash-Shu'ara · 202/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَيَأْتِيَهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ ۝٢٠٢
Fayaatiyahum baghtatanw wa hum laa yash`uroon
📖 Afaan Oromoon
Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 200-204 — Suuratu Ash-Shu'ara

200كَذَٰلِكَ سَلَكْنَاهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne
201لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu
202فَيَأْتِيَهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa
203فَيَقُولُوا هَلْ نَحْنُ مُنظَرُونَ
[Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu
204أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya ariifachiifatuu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
202Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 202

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 202 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa

Suuratu Aayah 202/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 200–204. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers