Ash-Shu'ara · 203/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَيَقُولُوا هَلْ نَحْنُ مُنظَرُونَ ۝٢٠٣
Fa yaqooloo hal nahnu munzaroon
📖 Afaan Oromoon
[Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 201-205 — Suuratu Ash-Shu'ara

201لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu
202فَيَأْتِيَهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa
203فَيَقُولُوا هَلْ نَحْنُ مُنظَرُونَ
[Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu
204أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya ariifachiifatuu
205أَفَرَأَيْتَ إِن مَّتَّعْنَاهُمْ سِنِينَ
Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
203Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 203

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 203 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu

Suuratu Aayah 203/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 201–205. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers