Ash-Shu'ara · 201/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ ۝٢٠١
Laa yu`minoona bihee hattaa yarawul `azaabal aleem
📖 Afaan Oromoon
Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 199-203 — Ash-Shu'ara

199فَقَرَأَهُ عَلَيْهِم مَّا كَانُوا بِهِ مُؤْمِنِينَ
Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane
200كَذَٰلِكَ سَلَكْنَاهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne
201لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu
202فَيَأْتِيَهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa
203فَيَقُولُوا هَلْ نَحْنُ مُنظَرُونَ
[Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
201Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 201

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 201 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu

Suuratu Aayah 201/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 199–203. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers