Ash-Shu'ara · 24/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
قَالَ رَبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ ۝٢٤
Qaala Rabbus samaawaati wal ardi wa maa bainahumaa in kuntum mooqineen
📖 Afaan Oromoon
[Muusaanis]: “gooftaa Samii, Dachiifi waan gidduu isaan lamaaniiti; yoo kan dhugoomsitan taatan [itti amanaa]” jedheen

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Ash-Shu'ara

22وَتِلْكَ نِعْمَةٌ تَمُنُّهَا عَلَيَّ أَنْ عَبَّدتَّ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sunis Ilmaan Israa’iil gabra godhachuu keetiin tola ati narratti himattuudha.”
23قَالَ فِرْعَوْنُ وَمَا رَبُّ الْعَالَمِينَ
Fir’awn “gooftaan aalama hundaa maali?” jedhe
24قَالَ رَبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ
[Muusaanis]: “gooftaa Samii, Dachiifi waan gidduu isaan lamaaniiti; yoo kan dhugoomsitan taatan [itti amanaa]” jedheen
25قَالَ لِمَنْ حَوْلَهُ أَلَا تَسْتَمِعُونَ
[Fir’awnis] namoota maddii isaa jiraniin “Sila [waan inni jedhu] hin dhageessanuu?” jedhe
26قَالَ رَبُّكُمْ وَرَبُّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ
[Muusaan] “Gooftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan kan jalqabaati” jedhe
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 24

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Muusaanis]: “gooftaa Samii, Dachiifi waan gidduu isaan lamaaniiti; yoo kan…

Suuratu Aayah 24/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers