Ash-Shu'ara · 23/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
قَالَ فِرْعَوْنُ وَمَا رَبُّ الْعَالَمِينَ ۝٢٣
Qaala Fir`awnu wa maa Rabbul `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Fir’awn “gooftaan aalama hundaa maali?” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Ash-Shu'ara

21فَفَرَرْتُ مِنكُمْ لَمَّا خِفْتُكُمْ فَوَهَبَ لِي رَبِّي حُكْمًا وَجَعَلَنِي مِنَ الْمُرْسَلِينَ
Yeroman isin sodaadhun isin irraa dheesse; Gooftaan kiyyas beekumsa naaf kennee ergamtoota irraa na godhe
22وَتِلْكَ نِعْمَةٌ تَمُنُّهَا عَلَيَّ أَنْ عَبَّدتَّ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sunis Ilmaan Israa’iil gabra godhachuu keetiin tola ati narratti himattuudha.”
23قَالَ فِرْعَوْنُ وَمَا رَبُّ الْعَالَمِينَ
Fir’awn “gooftaan aalama hundaa maali?” jedhe
24قَالَ رَبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ
[Muusaanis]: “gooftaa Samii, Dachiifi waan gidduu isaan lamaaniiti; yoo kan dhugoomsitan taatan [itti amanaa]” jedheen
25قَالَ لِمَنْ حَوْلَهُ أَلَا تَسْتَمِعُونَ
[Fir’awnis] namoota maddii isaa jiraniin “Sila [waan inni jedhu] hin dhageessanuu?” jedhe
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 23

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fir’awn “gooftaan aalama hundaa maali?” jedhe

Suuratu Aayah 23/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers