Ash-Shu'ara · 79/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَالَّذِي هُوَ يُطْعِمُنِي وَيَسْقِينِ ۝٧٩
Wallazee Huwa yut`imunee wa yasqeen
📖 Afaan Oromoon
Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 77-81 — Ash-Shu'ara

77فَإِنَّهُمْ عَدُوٌّ لِّي إِلَّا رَبَّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni jaalalloo kooti)
78الَّذِي خَلَقَنِي فَهُوَ يَهْدِينِ
[Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.”
79وَالَّذِي هُوَ يُطْعِمُنِي وَيَسْقِينِ
Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha
80وَإِذَا مَرِضْتُ فَهُوَ يَشْفِينِ
Yeroo an dhukkubsadhes, Isatu na fayyisa
81وَالَّذِي يُمِيتُنِي ثُمَّ يُحْيِينِ
Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
79Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 79

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 79 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha

Suuratu Aayah 79/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 77–81. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers