Ash-Shu'ara · 78/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
الَّذِي خَلَقَنِي فَهُوَ يَهْدِينِ ۝٧٨
Allazee khalaqanee fa Huwa yahdeen
📖 Afaan Oromoon
[Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 76-80 — Ash-Shu'ara

76أَنتُمْ وَآبَاؤُكُمُ الْأَقْدَمُونَ
Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis
77فَإِنَّهُمْ عَدُوٌّ لِّي إِلَّا رَبَّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni jaalalloo kooti)
78الَّذِي خَلَقَنِي فَهُوَ يَهْدِينِ
[Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.”
79وَالَّذِي هُوَ يُطْعِمُنِي وَيَسْقِينِ
Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha
80وَإِذَا مَرِضْتُ فَهُوَ يَشْفِينِ
Yeroo an dhukkubsadhes, Isatu na fayyisa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 78

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.”

Suuratu Aayah 78/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 76–80. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers