An-Naml · 43/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَصَدَّهَا مَا كَانَت تَّعْبُدُ مِن دُونِ اللَّهِ ۖ إِنَّهَا كَانَتْ مِن قَوْمٍ كَافِرِينَ ۝٤٣
Wa saddahaa maa kaanat ta`budu min doonil laahi innahaa kaanat min qawmin kaafireen
📖 Afaan Oromoon
Wanti isheen Rabbii gaditti gabbaraa turte [Islaama irraa] ishee deebiseDhugumatti, isheen ummata kaafirootaa irraa turte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 41-45 — Suuratu An-Naml

41قَالَ نَكِّرُوا لَهَا عَرْشَهَا نَنظُرْ أَتَهْتَدِي أَمْ تَكُونُ مِنَ الَّذِينَ لَا يَهْتَدُونَ
Ni jedhe: “siree ishee halluu isaa isheef jijjiiraa[Siree ishee beekuutti] ni qajeeltimoo warra hin qajeelle irraa taatii ilaalla.”
42فَلَمَّا جَاءَتْ قِيلَ أَهَٰكَذَا عَرْشُكِ ۖ قَالَتْ كَأَنَّهُ هُوَ ۚ وَأُوتِينَا الْعِلْمَ مِن قَبْلِهَا وَكُنَّا مُسْلِمِينَ
Yeroma isheen dhuftus sireen kee akka kanaa jedhameIsheenis “inni akkuma waan isaati” jette[Suleymaanis] “dura ishee beekumsa kennamnee Muslimtoota taaneerra” jedhe
43وَصَدَّهَا مَا كَانَت تَّعْبُدُ مِن دُونِ اللَّهِ ۖ إِنَّهَا كَانَتْ مِن قَوْمٍ كَافِرِينَ
Wanti isheen Rabbii gaditti gabbaraa turte [Islaama irraa] ishee deebiseDhugumatti, isheen ummata kaafirootaa irraa turte
44قِيلَ لَهَا ادْخُلِي الصَّرْحَ ۖ فَلَمَّا رَأَتْهُ حَسِبَتْهُ لُجَّةً وَكَشَفَتْ عَن سَاقَيْهَا ۚ قَالَ إِنَّهُ صَرْحٌ مُّمَرَّدٌ مِّن قَوَارِيرَ ۗ قَالَتْ رَبِّ إِنِّي ظَلَمْتُ نَفْسِي وَأَسْلَمْتُ مَعَ سُلَيْمَانَ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
“Gamoo seeni” isheedhaan jedhameYeroma isa argitu haroo isa seetee mogolee ishee lamaan irraa saaqxe[Suleymaan] ni jedhe: “Dhugumatti, inni kun masaraa mucuceeffamaa daawwitii irraa ta’ee [bishaan keessaan mul’atuudha].” [Isheenis] “Gooftaa kiyya! Ani lubbuu kiyya miidheeraSuleymaanii wajjin Allaah Rabbii aalama hundaa ta’etti harka kenne (Islaamawe)” jette
45وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا إِلَىٰ ثَمُودَ أَخَاهُمْ صَالِحًا أَنِ اعْبُدُوا اللَّهَ فَإِذَا هُمْ فَرِيقَانِ يَخْتَصِمُونَ
Dhugumatti, gara Samuudittis obboleessa isaanii Saalih “Allaah qofa gabbaraa” jechuun erginee jirra; Yerama san isaan garee lama ta’anii wal falman.”
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — An-Naml 43

Suuratu An-Naml Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti isheen Rabbii gaditti gabbaraa turte [Islaama irraa] ishee deebiseDhugumatti,…

Suuratu Aayah 43/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers