An-Naml · 46/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
قَالَ يَا قَوْمِ لِمَ تَسْتَعْجِلُونَ بِالسَّيِّئَةِ قَبْلَ الْحَسَنَةِ ۖ لَوْلَا تَسْتَغْفِرُونَ اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ ۝٤٦
Qaala yaa qawmi lima tasta`jiloona bissaiyi`ati qablal hasanati law laa tas taghfiroonal laaha la`allakum turhamoon
📖 Afaan Oromoon
[Saalihis] ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Maaliif toltuu dura hamtuu (adabbii) jarjarfattu? Akka rahmanni isinii godhamuuf maaliif Rabbiin araarama hin kadhanne?”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu An-Naml

44قِيلَ لَهَا ادْخُلِي الصَّرْحَ ۖ فَلَمَّا رَأَتْهُ حَسِبَتْهُ لُجَّةً وَكَشَفَتْ عَن سَاقَيْهَا ۚ قَالَ إِنَّهُ صَرْحٌ مُّمَرَّدٌ مِّن قَوَارِيرَ ۗ قَالَتْ رَبِّ إِنِّي ظَلَمْتُ نَفْسِي وَأَسْلَمْتُ مَعَ سُلَيْمَانَ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
“Gamoo seeni” isheedhaan jedhameYeroma isa argitu haroo isa seetee mogolee ishee lamaan irraa saaqxe[Suleymaan] ni jedhe: “Dhugumatti, inni kun masaraa mucuceeffamaa daawwitii irraa ta’ee [bishaan keessaan mul’atuudha].” [Isheenis] “Gooftaa kiyya! Ani lubbuu kiyya miidheeraSuleymaanii wajjin Allaah Rabbii aalama hundaa ta’etti harka kenne (Islaamawe)” jette
45وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا إِلَىٰ ثَمُودَ أَخَاهُمْ صَالِحًا أَنِ اعْبُدُوا اللَّهَ فَإِذَا هُمْ فَرِيقَانِ يَخْتَصِمُونَ
Dhugumatti, gara Samuudittis obboleessa isaanii Saalih “Allaah qofa gabbaraa” jechuun erginee jirra; Yerama san isaan garee lama ta’anii wal falman.”
46قَالَ يَا قَوْمِ لِمَ تَسْتَعْجِلُونَ بِالسَّيِّئَةِ قَبْلَ الْحَسَنَةِ ۖ لَوْلَا تَسْتَغْفِرُونَ اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ
[Saalihis] ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Maaliif toltuu dura hamtuu (adabbii) jarjarfattu? Akka rahmanni isinii godhamuuf maaliif Rabbiin araarama hin kadhanne?”
47قَالُوا اطَّيَّرْنَا بِكَ وَبِمَن مَّعَكَ ۚ قَالَ طَائِرُكُمْ عِندَ اللَّهِ ۖ بَلْ أَنتُمْ قَوْمٌ تُفْتَنُونَ
[Isaan] “Nuti siifi namoota si waliin jiraniin hooddane (milkii laallanne)” jedhan[Saalihis] “hooddannaan keessan Rabbiin biraGaruu isin ummata mokkoramoodha” jedhe
48وَكَانَ فِي الْمَدِينَةِ تِسْعَةُ رَهْطٍ يُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ وَلَا يُصْلِحُونَ
Magalattii keessa namoota sagal kan gaarii hin hojjanne lafa balleesantu ture
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — An-Naml 46

Suuratu An-Naml Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Saalihis] ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Maaliif toltuu dura hamtuu…

Suuratu Aayah 46/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers