Aal-Imran · 85/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِي الْآخِرَةِ مِنَ الْخَاسِرِينَ ۝٨٥
Wa mai yabtaghi ghairal Islaami deenan falany yuqbala minhu wa huwa fil Aakhirati minal khaasireen
📖 Afaan Oromoon
Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamuAakhiraattis inni warra hoonga’an irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 83-87 — Suuratu Aal-Imran

83أَفَغَيْرَ دِينِ اللَّهِ يَبْغُونَ وَلَهُ أَسْلَمَ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ طَوْعًا وَكَرْهًا وَإِلَيْهِ يُرْجَعُونَ
Sila odoo wantoonni samiifi dachii keessaa hunduu fedhaan yookiin dirqamaan Rabbiif ajajamaniifi gara isaatti deebi’anii, amantii kan Rabbiin alaa barabaaduu
84قُلْ آمَنَّا بِاللَّهِ وَمَا أُنزِلَ عَلَيْنَا وَمَا أُنزِلَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَإِسْمَاعِيلَ وَإِسْحَاقَ وَيَعْقُوبَ وَالْأَسْبَاطِ وَمَا أُوتِيَ مُوسَىٰ وَعِيسَىٰ وَالنَّبِيُّونَ مِن رَّبِّهِمْ لَا نُفَرِّقُ بَيْنَ أَحَدٍ مِّنْهُمْ وَنَحْنُ لَهُ مُسْلِمُونَ
(Yaa Muhammad SAW) “Rabbitti, Waan nurratti bu’etti, Waan Ibraahiim, Ismaa’iil, Isihaaq, Ya’aquub, ilmaan Ya’aquub irratti buufametti, waan Muusaa, Iisaafi nabiyyoonni Gooftaa isaanii irraa kennamanittis amannee jirraIsaan irraa gidduu nama tokkoos addaan hin foonuNutis isaaf ajajamtoota” jedhi
85وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِي الْآخِرَةِ مِنَ الْخَاسِرِينَ
Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamuAakhiraattis inni warra hoonga’an irraayi
86كَيْفَ يَهْدِي اللَّهُ قَوْمًا كَفَرُوا بَعْدَ إِيمَانِهِمْ وَشَهِدُوا أَنَّ الرَّسُولَ حَقٌّ وَجَاءَهُمُ الْبَيِّنَاتُ ۚ وَاللَّهُ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الظَّالِمِينَ
Sila ummata amanantii isaanii booda, erga ergamaan Rabbii dhugaa ta’uu ragaa ba’aniifi ragoonni ifa ta’an isaanitti dhufanii (booda) kafaran Rabbiin akkamitti qajeelcha? Rabbiinis miidhaa hojjattoota hin qajeelchu
87أُولَٰئِكَ جَزَاؤُهُمْ أَنَّ عَلَيْهِمْ لَعْنَةَ اللَّهِ وَالْمَلَائِكَةِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ
Warri sun mindaan isaanii abaarsi Rabbii, kan maleeykotaafi namoota hundaa isaan irra jiraachuudha
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 85

Suuratu Aal-Imran Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamuAakhiraattis inni warra…

Suuratu Aayah 85/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers