Ar-Rum · 12/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
وَيَوْمَ تَقُومُ السَّاعَةُ يُبْلِسُ الْمُجْرِمُونَ ۝١٢
Wa yawma taqoomus Saa`atu yublisul mujrimoon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa Qiyaamaan dhaabbattus, badii raawwattoonni abdii kutatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Ar-Rum

10ثُمَّ كَانَ عَاقِبَةَ الَّذِينَ أَسَاءُوا السُّوأَىٰ أَن كَذَّبُوا بِآيَاتِ اللَّهِ وَكَانُوا بِهَا يَسْتَهْزِئُونَ
Sana booda booddeen isaan hamtuu dalaganii, sababa waan isaan keeyyattoota Rabbii sobsiisaniifi isheettis kan qishnaa godhan ta’aniif (adabbii) fokkataa ta’e
11اللَّهُ يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ثُمَّ إِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Rabbiin uuminsa ni jalqabaSana booda isa ni deebisaSana booda gara Isaa deebifamtu
12وَيَوْمَ تَقُومُ السَّاعَةُ يُبْلِسُ الْمُجْرِمُونَ
Guyyaa Qiyaamaan dhaabbattus, badii raawwattoonni abdii kutatu
13وَلَمْ يَكُن لَّهُم مِّن شُرَكَائِهِمْ شُفَعَاءُ وَكَانُوا بِشُرَكَائِهِمْ كَافِرِينَ
Warra isaan Rabbitti dabalan irraa jaarsi araaraa isaaniif hin argamuIsaanis waan isaan Rabbitti qindeessaa turanitti kafaroota (mormitoota) ta’u
14وَيَوْمَ تَقُومُ السَّاعَةُ يَوْمَئِذٍ يَتَفَرَّقُونَ
Guyyaa Qiyaamaan dhaabbattus, guyyaa san (mu’uminootaafi kaafiroonni) addaan bahu
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 12

Suuratu Ar-Rum Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa Qiyaamaan dhaabbattus, badii raawwattoonni abdii kutatu

Suuratu Aayah 12/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers