Ar-Rum · 60/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
فَاصْبِرْ إِنَّ وَعْدَ اللَّهِ حَقٌّ ۖ وَلَا يَسْتَخِفَّنَّكَ الَّذِينَ لَا يُوقِنُونَ ۝٦٠
Fasbir inna wa`dal laahi haqqunw wa laa yastakhif fannakal lazeena laa yooqinoon
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) ObsiDhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadhaIsaan (Qiyaamaa) hin dhugoomsine akka si hin xiqqeessine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-60 — Suuratu Ar-Rum

58وَلَقَدْ ضَرَبْنَا لِلنَّاسِ فِي هَٰذَا الْقُرْآنِ مِن كُلِّ مَثَلٍ ۚ وَلَئِن جِئْتَهُم بِآيَةٍ لَّيَقُولَنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا إِنْ أَنتُمْ إِلَّا مُبْطِلُونَ
Dhugumatti, Nuti Qur’aana kana keessatti namootaaf fakkeenya hunda irraa taasifnee jirraGaruu (Yaa Muhammad!) yoo ati mallattoo wahiitiin isaan itti dhufte warri kafaran “isin kijibdoota malee waan biraa hin taane” jedhu
59كَذَٰلِكَ يَطْبَعُ اللَّهُ عَلَىٰ قُلُوبِ الَّذِينَ لَا يَعْلَمُونَ
Akka kanatti Allaahn onnee warra haqa hin beeknee irratti cufaa godha
60فَاصْبِرْ إِنَّ وَعْدَ اللَّهِ حَقٌّ ۖ وَلَا يَسْتَخِفَّنَّكَ الَّذِينَ لَا يُوقِنُونَ
(Yaa Muhammad!) ObsiDhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadhaIsaan (Qiyaamaa) hin dhugoomsine akka si hin xiqqeessine
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 60

Suuratu Ar-Rum Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) ObsiDhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadhaIsaan (Qiyaamaa) hin dhugoomsine akka…

Suuratu Aayah 60/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 58–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers