As-Saffat · 110/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ ۝١١٠
Kazaalika najzil muhsineen
📖 Afaan Oromoon
Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina

🎧 Caqasi


📜 Aayah 108-112 — Suuratu As-Saffat

108وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf (yaadannoo gaarii) warra boodaa keessatti dhiifne
109سَلَامٌ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ
Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu
110كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina
111إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
112وَبَشَّرْنَاهُ بِإِسْحَاقَ نَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ
Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
110Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 110

Suuratu As-Saffat Aayah 110 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina

Suuratu Aayah 110/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 108–112. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers