As-Saffat · 123/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَإِنَّ إِلْيَاسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ ۝١٢٣
Wa inna Ilyaasa laminal mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Ilyaasis ergamtoota irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 121-125 — Suuratu As-Saffat

121إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
122إِنَّهُمَا مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Isaan lamaanuu gabroota keenya mu’uminoota irraayi
123وَإِنَّ إِلْيَاسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, Ilyaasis ergamtoota irraayi
124إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo ummata isaatiin jedhu [yaadadhu]:“Rabbiin hin sadaattanuu
125أَتَدْعُونَ بَعْلًا وَتَذَرُونَ أَحْسَنَ الْخَالِقِينَ
Sila ‘Ba’al’[] gabbartanii (Gooftaa) warra waa uumu hunda irra caalaa ta’e dhiiftuu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
123Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 123

Suuratu As-Saffat Aayah 123 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Ilyaasis ergamtoota irraayi

Suuratu Aayah 123/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 121–125. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers