As-Saffat · 166/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَإِنَّا لَنَحْنُ الْمُسَبِّحُونَ ۝١٦٦
Wa innaa lanah nul musabbihoon
📖 Afaan Oromoon
Nuti dhugumatti Rabbiin qulqullessoodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 164-168 — As-Saffat

164وَمَا مِنَّا إِلَّا لَهُ مَقَامٌ مَّعْلُومٌ
Nurraa (maleykaan) tokkollee iddoon beekamaan isaaf ta’u malee hin hafu
165وَإِنَّا لَنَحْنُ الصَّافُّونَ
Nuti (maleykonni), dhugumatti, hiriira galoodha
166وَإِنَّا لَنَحْنُ الْمُسَبِّحُونَ
Nuti dhugumatti Rabbiin qulqullessoodha
167وَإِن كَانُوا لَيَقُولُونَ
Isaan (mushrikoonni Makkaa) ni jedhu
168لَوْ أَنَّ عِندَنَا ذِكْرًا مِّنَ الْأَوَّلِينَ
“Odoo yaadannoo warra durii keessaa tokko nu bira jiraatee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
166Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 166

Suuratu As-Saffat Aayah 166 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti dhugumatti Rabbiin qulqullessoodha

Suuratu Aayah 166/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 164–168. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers