As-Saffat · 50/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ ۝٥٠
Fa aqbala ba`duhum `alaa badiny yatasaaa `aloon
📖 Afaan Oromoon
Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 48-52 — Suuratu As-Saffat

48وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ عِينٌ
Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira
49كَأَنَّهُنَّ بَيْضٌ مَّكْنُونٌ
Isaan (qulqullina keessatti) akka hanqaaquu eegamaati
50فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu
51قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ إِنِّي كَانَ لِي قَرِينٌ
Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan qaba ture
52يَقُولُ أَإِنَّكَ لَمِنَ الْمُصَدِّقِينَ
Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 50

Suuratu As-Saffat Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu

Suuratu Aayah 50/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers