As-Saffat · 51/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ إِنِّي كَانَ لِي قَرِينٌ ۝٥١
Qaala qaaa`ilum minhum innee kaana lee qareen
📖 Afaan Oromoon
Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan qaba ture
🎧 Caqasi

📜 Aayah 49-53 — As-Saffat

49كَأَنَّهُنَّ بَيْضٌ مَّكْنُونٌ
Isaan (qulqullina keessatti) akka hanqaaquu eegamaati
50فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu
51قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ إِنِّي كَانَ لِي قَرِينٌ
Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan qaba ture
52يَقُولُ أَإِنَّكَ لَمِنَ الْمُصَدِّقِينَ
Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu
53أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَدِينُونَ
“Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 51

Suuratu As-Saffat Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan…

Suuratu Aayah 51/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 49–53. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers