As-Saffat · 76/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ ۝٧٦
Wa jajainaahu wa ahlahoo minal karbil `azeem
📖 Afaan Oromoon
Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 74-78 — Suuratu As-Saffat

74إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
75وَلَقَدْ نَادَانَا نُوحٌ فَلَنِعْمَ الْمُجِيبُونَ
Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa tolle
76وَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine
77وَجَعَلْنَا ذُرِّيَّتَهُ هُمُ الْبَاقِينَ
Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne
78وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
76Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 76

Suuratu As-Saffat Aayah 76 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine

Suuratu Aayah 76/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 74–78. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers