As-Saffat · 98/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَأَرَادُوا بِهِ كَيْدًا فَجَعَلْنَاهُمُ الْأَسْفَلِينَ ۝٩٨
Fa araadoo bihee kaidan faja `alnaahumul asfaleen
📖 Afaan Oromoon
Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo) isaan taasifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 96-100 — Suuratu As-Saffat

96وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ وَمَا تَعْمَلُونَ
Odoo Allaahn isiniifi waan isin dalagdanis uume jiruu.”
97قَالُوا ابْنُوا لَهُ بُنْيَانًا فَأَلْقُوهُ فِي الْجَحِيمِ
(Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti isa darbaa.”
98فَأَرَادُوا بِهِ كَيْدًا فَجَعَلْنَاهُمُ الْأَسْفَلِينَ
Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo) isaan taasifne
99وَقَالَ إِنِّي ذَاهِبٌ إِلَىٰ رَبِّي سَيَهْدِينِ
Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha
100رَبِّ هَبْ لِي مِنَ الصَّالِحِينَ
(Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
98Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 98

Suuratu As-Saffat Aayah 98 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo)…

Suuratu Aayah 98/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 96–100. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers