As-Saffat · 97/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
قَالُوا ابْنُوا لَهُ بُنْيَانًا فَأَلْقُوهُ فِي الْجَحِيمِ ۝٩٧
Qaalub noo lahoo bun yaanan fa alqoohu fil jaheem
📖 Afaan Oromoon
(Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti isa darbaa.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 95-99 — Suuratu As-Saffat

95قَالَ أَتَعْبُدُونَ مَا تَنْحِتُونَ
(Ibraahiim) ni jedhe: “sila waanuma (ofii keessanii) boccan gabbartuu
96وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ وَمَا تَعْمَلُونَ
Odoo Allaahn isiniifi waan isin dalagdanis uume jiruu.”
97قَالُوا ابْنُوا لَهُ بُنْيَانًا فَأَلْقُوهُ فِي الْجَحِيمِ
(Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti isa darbaa.”
98فَأَرَادُوا بِهِ كَيْدًا فَجَعَلْنَاهُمُ الْأَسْفَلِينَ
Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo) isaan taasifne
99وَقَالَ إِنِّي ذَاهِبٌ إِلَىٰ رَبِّي سَيَهْدِينِ
Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
97Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 97

Suuratu As-Saffat Aayah 97 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti…

Suuratu Aayah 97/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 95–99. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers