As-Saffat · 99/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَقَالَ إِنِّي ذَاهِبٌ إِلَىٰ رَبِّي سَيَهْدِينِ ۝٩٩
Wa qaala innee zaahibun ilaa Rabbee sa yahdeen
📖 Afaan Oromoon
Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 97-101 — As-Saffat

97قَالُوا ابْنُوا لَهُ بُنْيَانًا فَأَلْقُوهُ فِي الْجَحِيمِ
(Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti isa darbaa.”
98فَأَرَادُوا بِهِ كَيْدًا فَجَعَلْنَاهُمُ الْأَسْفَلِينَ
Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo) isaan taasifne
99وَقَالَ إِنِّي ذَاهِبٌ إِلَىٰ رَبِّي سَيَهْدِينِ
Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha
100رَبِّ هَبْ لِي مِنَ الصَّالِحِينَ
(Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”
101فَبَشَّرْنَاهُ بِغُلَامٍ حَلِيمٍ
Ilma obsaadhaan isa gammachiifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
99Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 99

Suuratu As-Saffat Aayah 99 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na…

Suuratu Aayah 99/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 97–101. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers