Sad · 40/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
وَإِنَّ لَهُ عِندَنَا لَزُلْفَىٰ وَحُسْنَ مَآبٍ ۝٤٠
Wa inna lahoo `indanaa lazulfaa wa husna ma-aab
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaafis Nu bira dhihaannaafi deebii gaarii ta’etu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu Sad

38وَآخَرِينَ مُقَرَّنِينَ فِي الْأَصْفَادِ
Warri biroos kan diriin walitti hidhaman (isaaf laaffifne)
39هَٰذَا عَطَاؤُنَا فَامْنُنْ أَوْ أَمْسِكْ بِغَيْرِ حِسَابٍ
“Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhorgadhu! herregni homaatuu sirra hin jiru” (janneen)
40وَإِنَّ لَهُ عِندَنَا لَزُلْفَىٰ وَحُسْنَ مَآبٍ
Dhugumatti, isaafis Nu bira dhihaannaafi deebii gaarii ta’etu jira
41وَاذْكُرْ عَبْدَنَا أَيُّوبَ إِذْ نَادَىٰ رَبَّهُ أَنِّي مَسَّنِيَ الشَّيْطَانُ بِنُصْبٍ وَعَذَابٍ
Gabricha keenya Ayyuubiinis yeroo inni Gooftaa isaatti lallabee “shayxaanni rakkinaafi adabaan na tuqee jira” (jedhe) dubbadhu
42ارْكُضْ بِرِجْلِكَ ۖ هَٰذَا مُغْتَسَلٌ بَارِدٌ وَشَرَابٌ
(Rabbiin): “Dachii miila keetiin rukutiKun (bishaan) qabbanaa’aa dhiqataafi dhugaatiif oolu” (jedheen)
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — Sad 40

Suuratu Sad Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaafis Nu bira dhihaannaafi deebii gaarii ta’etu jira

Suuratu Aayah 40/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers