Sad · 39/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
هَٰذَا عَطَاؤُنَا فَامْنُنْ أَوْ أَمْسِكْ بِغَيْرِ حِسَابٍ ۝٣٩
Haazaa `ataaa`unaa famnun aw amsik bighairi hisaab
📖 Afaan Oromoon
“Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhorgadhu! herregni homaatuu sirra hin jiru” (janneen)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Sad

37وَالشَّيَاطِينَ كُلَّ بَنَّاءٍ وَغَوَّاصٍ
Shayxaanotas isaan akkaan ijaaraniifi bishaan keessa akkaan lixan hunda (isaaf laaffifne)
38وَآخَرِينَ مُقَرَّنِينَ فِي الْأَصْفَادِ
Warri biroos kan diriin walitti hidhaman (isaaf laaffifne)
39هَٰذَا عَطَاؤُنَا فَامْنُنْ أَوْ أَمْسِكْ بِغَيْرِ حِسَابٍ
“Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhorgadhu! herregni homaatuu sirra hin jiru” (janneen)
40وَإِنَّ لَهُ عِندَنَا لَزُلْفَىٰ وَحُسْنَ مَآبٍ
Dhugumatti, isaafis Nu bira dhihaannaafi deebii gaarii ta’etu jira
41وَاذْكُرْ عَبْدَنَا أَيُّوبَ إِذْ نَادَىٰ رَبَّهُ أَنِّي مَسَّنِيَ الشَّيْطَانُ بِنُصْبٍ وَعَذَابٍ
Gabricha keenya Ayyuubiinis yeroo inni Gooftaa isaatti lallabee “shayxaanni rakkinaafi adabaan na tuqee jira” (jedhe) dubbadhu
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Sad 39

Suuratu Sad Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhorgadhu! herregni homaatuu sirra hin…

Suuratu Aayah 39/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers