An-Nisa · 125/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
وَمَنْ أَحْسَنُ دِينًا مِّمَّنْ أَسْلَمَ وَجْهَهُ لِلَّهِ وَهُوَ مُحْسِنٌ وَاتَّبَعَ مِلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۗ وَاتَّخَذَ اللَّهُ إِبْرَاهِيمَ خَلِيلًا ۝١٢٥
Wa man ahsanu deenam mimmman aslama wajhahoo lillaahi wa huwa muhsinunw wattaba`a Millata Ibraaheema haneefaa; wattakhazal laahu Ibraaheema khaleelaa
📖 Afaan Oromoon
Amantii keessattis nama haala bareechaa taeen fuula isaa Rabbiif bulchee tolcheefi amantii Ibraahiim qajeelaa haala taeen hordofe caalaa namni tolche eenyu? Rabbiin Ibraahiimiin jaalallee godhateera
🎧 Caqasi

📜 Aayah 123-127 — An-Nisa

123لَّيْسَ بِأَمَانِيِّكُمْ وَلَا أَمَانِيِّ أَهْلِ الْكِتَابِ ۗ مَن يَعْمَلْ سُوءًا يُجْزَ بِهِ وَلَا يَجِدْ لَهُ مِن دُونِ اللَّهِ وَلِيًّا وَلَا نَصِيرًا
Hawwii keessaniifi hawwii abbootii kitaabaatiin hin taane; namni hamtuu hojjate isaan mindeeffama; Rabbii gaditti jaalalleefi gargaaraas isaaf hin argu
124وَمَن يَعْمَلْ مِنَ الصَّالِحَاتِ مِن ذَكَرٍ أَوْ أُنثَىٰ وَهُوَ مُؤْمِنٌ فَأُولَٰئِكَ يَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ وَلَا يُظْلَمُونَ نَقِيرًا
Dhiiraafi dhalaa irraa namni mu’umina ta’ee hojii gaggaarii hojjate, isaan sun jannata seenu; hanga tuqaa temiraas hin miidhamanu
125وَمَنْ أَحْسَنُ دِينًا مِّمَّنْ أَسْلَمَ وَجْهَهُ لِلَّهِ وَهُوَ مُحْسِنٌ وَاتَّبَعَ مِلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۗ وَاتَّخَذَ اللَّهُ إِبْرَاهِيمَ خَلِيلًا
Amantii keessattis nama haala bareechaa taeen fuula isaa Rabbiif bulchee tolcheefi amantii Ibraahiim qajeelaa haala taeen hordofe caalaa namni tolche eenyu? Rabbiin Ibraahiimiin jaalallee godhateera
126وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ مُّحِيطًا
Wantoonni samiifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan RabbiitiRabbiin waan hundatti (beekumsaan) marsaa tae
127وَيَسْتَفْتُونَكَ فِي النِّسَاءِ ۖ قُلِ اللَّهُ يُفْتِيكُمْ فِيهِنَّ وَمَا يُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ فِي الْكِتَابِ فِي يَتَامَى النِّسَاءِ اللَّاتِي لَا تُؤْتُونَهُنَّ مَا كُتِبَ لَهُنَّ وَتَرْغَبُونَ أَن تَنكِحُوهُنَّ وَالْمُسْتَضْعَفِينَ مِنَ الْوِلْدَانِ وَأَن تَقُومُوا لِلْيَتَامَىٰ بِالْقِسْطِ ۚ وَمَا تَفْعَلُوا مِنْ خَيْرٍ فَإِنَّ اللَّهَ كَانَ بِهِ عَلِيمًا
Waaee dubartootaa keessatti si gaafatu"Waaee isaanii keessatti Rabbiin isiniif ibsaWanti kitaaba keessattis waaee dubartoota yatiimaa kan isin waan isaaniif barreeffame isaaniif hin kenninefi isaan fuuchuu jibbitaniifi dadhabdoota ijoollee irraa taaniifi yatiimotaafis haqaan dhaabbachuu isin irratti dubbifamutu (isinitti hima)” jedhiToltuu irraa waan isin hojjattan kamillee dhugumatti Rabbiin isa beekaa ta’eera
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
125Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 125

Suuratu An-Nisa Aayah 125 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Amantii keessattis nama haala bareechaa taeen fuula isaa Rabbiif bulchee…

Suuratu Aayah 125/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 123–127. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers