Az-Zukhruf · 56/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zukhruf
فَجَعَلْنَاهُمْ سَلَفًا وَمَثَلًا لِّلْآخِرِينَ ۝٥٦
Faja`alnaahum salafanw wa masalal lil aakhireen
📖 Afaan Oromoon
Dhaloota isaan boodaatiif hangafaafi fakkeenya isaan taasifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Az-Zukhruf

54فَاسْتَخَفَّ قَوْمَهُ فَأَطَاعُوهُ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا فَاسِقِينَ
Akkanaan ummata isaa kakaasee ajaja isaa fudhatanDhugumatti, isaan ummata fincilaa turan
55فَلَمَّا آسَفُونَا انتَقَمْنَا مِنْهُمْ فَأَغْرَقْنَاهُمْ أَجْمَعِينَ
Yeroo isaan Nu dallansiisan, haaloo isaanitti baanee, hunda isaaniituu dhidhimsine
56فَجَعَلْنَاهُمْ سَلَفًا وَمَثَلًا لِّلْآخِرِينَ
Dhaloota isaan boodaatiif hangafaafi fakkeenya isaan taasifne
57۞ وَلَمَّا ضُرِبَ ابْنُ مَرْيَمَ مَثَلًا إِذَا قَوْمُكَ مِنْهُ يَصِدُّونَ
Yeroo ilmi Maryam (Iisaan) fakkeenya godhamu ummanni kee isa irraa kolfu (gammadu)
58وَقَالُوا أَآلِهَتُنَا خَيْرٌ أَمْ هُوَ ۚ مَا ضَرَبُوهُ لَكَ إِلَّا جَدَلًا ۚ بَلْ هُمْ قَوْمٌ خَصِمُونَ
“Gooftolee keenya moo isatu caala?” jedhanWaan kana falmiif malee siif hin godhanuDhugumatti, isaan ummata mormitoota
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 56

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhaloota isaan boodaatiif hangafaafi fakkeenya isaan taasifne

Suuratu Aayah 56/89 — Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zukhruf Caqasi, Az-Zukhruf Hiikkaa, Az-Zukhruf mp3, Az-Zukhruf pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers