Az-Zukhruf · 76/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا هُمُ الظَّالِمِينَ ۝٧٦
Wa maa zalamnaahum wa laakin kaanoo humuz zaalimeen
📖 Afaan Oromoon
Nuti isaan hin miine; garuu isaan (ofumaaf) miidhaa hojjattoota ta’an

🎧 Caqasi


📜 Aayah 74-78 — Suuratu Az-Zukhruf

74إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي عَذَابِ جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu
75لَا يُفَتَّرُ عَنْهُمْ وَهُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ
(Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis ishee keessatti abdii muratoodha
76وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا هُمُ الظَّالِمِينَ
Nuti isaan hin miine; garuu isaan (ofumaaf) miidhaa hojjattoota ta’an
77وَنَادَوْا يَا مَالِكُ لِيَقْضِ عَلَيْنَا رَبُّكَ ۖ قَالَ إِنَّكُم مَّاكِثُونَ
(Waardiyaa ibiddaatiin) “yaa Maalik! Gooftaan kee akka du’a nutti murteessu (nuuf gaafadhuu)” lallabu(Maalikis) “isin ishee keessa turoodha” jedhe
78لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ
hugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turreGaruu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
76Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 76

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 76 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti isaan hin miine; garuu isaan (ofumaaf) miidhaa hojjattoota ta’an

Suuratu Aayah 76/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 74–78. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers