Az-Zukhruf · 75/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
لَا يُفَتَّرُ عَنْهُمْ وَهُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ ۝٧٥
Laa yufattaru `anhum wa hum feehi mublisoon
📖 Afaan Oromoon
(Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis ishee keessatti abdii muratoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 73-77 — Suuratu Az-Zukhruf

73لَكُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ كَثِيرَةٌ مِّنْهَا تَأْكُلُونَ
Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira
74إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي عَذَابِ جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu
75لَا يُفَتَّرُ عَنْهُمْ وَهُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ
(Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis ishee keessatti abdii muratoodha
76وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا هُمُ الظَّالِمِينَ
Nuti isaan hin miine; garuu isaan (ofumaaf) miidhaa hojjattoota ta’an
77وَنَادَوْا يَا مَالِكُ لِيَقْضِ عَلَيْنَا رَبُّكَ ۖ قَالَ إِنَّكُم مَّاكِثُونَ
(Waardiyaa ibiddaatiin) “yaa Maalik! Gooftaan kee akka du’a nutti murteessu (nuuf gaafadhuu)” lallabu(Maalikis) “isin ishee keessa turoodha” jedhe
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 75

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis ishee keessatti abdii muratoodha

Suuratu Aayah 75/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers