Ad-Dukhan · 23/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
فَأَسْرِ بِعِبَادِي لَيْلًا إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ ۝٢٣
Fa asri bi`ibaadee lailan innakum muttaba`oon
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Ad-Dukhan

21وَإِن لَّمْ تُؤْمِنُوا لِي فَاعْتَزِلُونِ
Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”
22فَدَعَا رَبَّهُ أَنَّ هَٰؤُلَاءِ قَوْمٌ مُّجْرِمُونَ
Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe)
23فَأَسْرِ بِعِبَادِي لَيْلًا إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota
24وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ
Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”
25كَمْ تَرَكُوا مِن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 23

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota

Suuratu Aayah 23/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers