Ad-Dukhan · 24/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ ۝٢٤
Watrukil bahra rahwan innahum jundum mughraqoon
📖 Afaan Oromoon
Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Ad-Dukhan

22فَدَعَا رَبَّهُ أَنَّ هَٰؤُلَاءِ قَوْمٌ مُّجْرِمُونَ
Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe)
23فَأَسْرِ بِعِبَادِي لَيْلًا إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota
24وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ
Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”
25كَمْ تَرَكُوا مِن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan
26وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 24

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”

Suuratu Aayah 24/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers