Ad-Dukhan · 39/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ ۝٣٩
Maa khalaqnaahumaaa illaa bilhaqqi wa laakinna aksarahum laa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Ad-Dukhan

37أَهُمْ خَيْرٌ أَمْ قَوْمُ تُبَّعٍ وَالَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ أَهْلَكْنَاهُمْ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا مُجْرِمِينَ
Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? Isaan yakkamtoota taanaan isaan balleessine
38وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ
Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne
39مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
40إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati
41يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 39

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin…

Suuratu Aayah 39/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers