Ad-Dukhan · 56/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ ۝٥٦
Laa yazooqoona feehal mawtaa illal mawtatal oolaa wa qaqaahum `azaabal jaheem
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Ad-Dukhan

54كَذَٰلِكَ وَزَوَّجْنَاهُم بِحُورٍ عِينٍ
Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne
55يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
Achi keessattis nagaa ta’anii fuduraalee hunda waammatu
56لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ
Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse
57فَضْلًا مِّن رَّبِّكَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha
58فَإِنَّمَا يَسَّرْنَاهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ
Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 56

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda…

Suuratu Aayah 56/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers