Al-Ahqaf · 20/35
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ahqaf
وَيَوْمَ يُعْرَضُ الَّذِينَ كَفَرُوا عَلَى النَّارِ أَذْهَبْتُمْ طَيِّبَاتِكُمْ فِي حَيَاتِكُمُ الدُّنْيَا وَاسْتَمْتَعْتُم بِهَا فَالْيَوْمَ تُجْزَوْنَ عَذَابَ الْهُونِ بِمَا كُنتُمْ تَسْتَكْبِرُونَ فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ وَبِمَا كُنتُمْ تَفْسُقُونَ ۝٢٠
Wa Yawma yu`radul lazeena kafaroo `alan Naai azhabtum taiyibaatikum fee hayaatikumud dunyaa wastam ta`tum bihaa fal Yawma tujzawna `azaabal hooni bimaa kuntum tastakbiroona fil ardi bighairil haqqi wa bimaa kuntum tafsuqoon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa isaan kafaran ibidda irra fidaman: “(wantoota) gaggaarii keessan jireenya keessan kan addunyaa keessatti dabarfattanii itti fayyadamtanii turtanHar’a immoo waan dachii keessatti dhugaan ala boonaa turtaniifi waan fincilaa turtaniif adabbii salphisaa mindeeffamtu (isaaniin jedhama)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Ahqaf

18أُولَٰئِكَ الَّذِينَ حَقَّ عَلَيْهِمُ الْقَوْلُ فِي أُمَمٍ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِم مِّنَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا خَاسِرِينَ
Isaan sun warra ummattoota isaan dura dabran kan jinnootaafi namoota irraa ta’an keessatti jechi (adabbii) isaan irratti mirkanaa’eedhaIsaan hoonga’oota ta’aniiru
19وَلِكُلٍّ دَرَجَاتٌ مِّمَّا عَمِلُوا ۖ وَلِيُوَفِّيَهُمْ أَعْمَالَهُمْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
Hundaafuu waan dalagan irraa sadarkaatu jiraOdoo isaan hin miidhamne, hojii isaanii isaanii guutuuf (mindeessa)
20وَيَوْمَ يُعْرَضُ الَّذِينَ كَفَرُوا عَلَى النَّارِ أَذْهَبْتُمْ طَيِّبَاتِكُمْ فِي حَيَاتِكُمُ الدُّنْيَا وَاسْتَمْتَعْتُم بِهَا فَالْيَوْمَ تُجْزَوْنَ عَذَابَ الْهُونِ بِمَا كُنتُمْ تَسْتَكْبِرُونَ فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ وَبِمَا كُنتُمْ تَفْسُقُونَ
Guyyaa isaan kafaran ibidda irra fidaman: “(wantoota) gaggaarii keessan jireenya keessan kan addunyaa keessatti dabarfattanii itti fayyadamtanii turtanHar’a immoo waan dachii keessatti dhugaan ala boonaa turtaniifi waan fincilaa turtaniif adabbii salphisaa mindeeffamtu (isaaniin jedhama)
21۞ وَاذْكُرْ أَخَا عَادٍ إِذْ أَنذَرَ قَوْمَهُ بِالْأَحْقَافِ وَقَدْ خَلَتِ النُّذُرُ مِن بَيْنِ يَدَيْهِ وَمِنْ خَلْفِهِ أَلَّا تَعْبُدُوا إِلَّا اللَّهَ إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Yeroo obboleessi Aad (Huud) Ahqaafitti ummata isaa dinniine yaadadhuIsa duraafi isa boodas sodaachiftoonni; “Allaah malee waan biraa hin gabbarinaa; ani adabbii guyyaa guddaan isin irratti sodaadha” (jechuun) dabartee turte
22قَالُوا أَجِئْتَنَا لِتَأْفِكَنَا عَنْ آلِهَتِنَا فَأْتِنَا بِمَا تَعِدُنَا إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
(Ummanni isaas) ni jedhan: “Sila ati gooftolii keenya irraa akka gara nu galchituuf nutti dhuftee? Yoo warra dhugaa dubbatan irraa taateef waan nuun sodaachiftuun nutti koottu.”
Al-AhqafTarreeffama Qur'ana
35Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Ahqaf 20

Suuratu Al-Ahqaf Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa isaan kafaran ibidda irra fidaman: “(wantoota) gaggaarii keessan jireenya…

Suuratu Aayah 20/35 — Suuratu Al-Ahqaf الأحقاف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ahqaf Caqasi, Suuratu Al-Ahqaf Hiikkaa, Suuratu Al-Ahqaf mp3, Suuratu Al-Ahqaf pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers