Al-Maidah · 91/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
إِنَّمَا يُرِيدُ الشَّيْطَانُ أَن يُوقِعَ بَيْنَكُمُ الْعَدَاوَةَ وَالْبَغْضَاءَ فِي الْخَمْرِ وَالْمَيْسِرِ وَيَصُدَّكُمْ عَن ذِكْرِ اللَّهِ وَعَنِ الصَّلَاةِ ۖ فَهَلْ أَنتُم مُّنتَهُونَ ۝٩١
Innamaa yureedush Shaitaanu ai yooqi`a bainakumul `adaawata wal baghdaaa`a fil khamri wal maisiri wa yasuddakum `an zikril laahi wa `anis Salaati fahal antum muntahoon
📖 Afaan Oromoon
Wanti sheyxaanni fedhu dhugaatii macheessaniifi qumaaraan gidduu keessanitti diinummaafi wal jibbaa buusuun Rabbiin yaadachuufi salaata irraa isin dhorguudhaSila isin hin dhorgamtanuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 89-93 — Suuratu Al-Maidah

89لَا يُؤَاخِذُكُمُ اللَّهُ بِاللَّغْوِ فِي أَيْمَانِكُمْ وَلَٰكِن يُؤَاخِذُكُم بِمَا عَقَّدتُّمُ الْأَيْمَانَ ۖ فَكَفَّارَتُهُ إِطْعَامُ عَشَرَةِ مَسَاكِينَ مِنْ أَوْسَطِ مَا تُطْعِمُونَ أَهْلِيكُمْ أَوْ كِسْوَتُهُمْ أَوْ تَحْرِيرُ رَقَبَةٍ ۖ فَمَن لَّمْ يَجِدْ فَصِيَامُ ثَلَاثَةِ أَيَّامٍ ۚ ذَٰلِكَ كَفَّارَةُ أَيْمَانِكُمْ إِذَا حَلَفْتُمْ ۚ وَاحْفَظُوا أَيْمَانَكُمْ ۚ كَذَٰلِكَ يُبَيِّنُ اللَّهُ لَكُمْ آيَاتِهِ لَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Rabbiin kakuu keessan keessatti kan osoo itti hin yaadin kakattaniin isin hin qabuGaruu waan kakuuf murteeffattanii (kakattaniin) isin qabaWanti isa harcaasus hiyyeeyyii kudhan giddu gala waan maatii keessan nyaachiftan irraa nyaachisuu yookiin isaan uffisuu yookiin gabra wahii bilisoomsuudhaNamni hin argatin, guyyaa sadi soomuu qabaKun (karaa badii) kakuu keessanii yeroo kakattan ittiin harcaaftaniidhaKakuu keessan tiksaaAkka isin galateeffattaniif jecha Rabbiin akka kanatti keeyyattoota Isaa isiniif addeessa
90يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِنَّمَا الْخَمْرُ وَالْمَيْسِرُ وَالْأَنصَابُ وَالْأَزْلَامُ رِجْسٌ مِّنْ عَمَلِ الشَّيْطَانِ فَاجْتَنِبُوهُ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! akka milkooftaniif jecha dhugumatti farsoon (kamriin), qumaarri, taaghuunni, xiyyaan hixaa (carraa) ilaallachuun (raaggachuun) najasa dalagaa sheyxaanaa irraayyii isa irraa fagaadhaa
91إِنَّمَا يُرِيدُ الشَّيْطَانُ أَن يُوقِعَ بَيْنَكُمُ الْعَدَاوَةَ وَالْبَغْضَاءَ فِي الْخَمْرِ وَالْمَيْسِرِ وَيَصُدَّكُمْ عَن ذِكْرِ اللَّهِ وَعَنِ الصَّلَاةِ ۖ فَهَلْ أَنتُم مُّنتَهُونَ
Wanti sheyxaanni fedhu dhugaatii macheessaniifi qumaaraan gidduu keessanitti diinummaafi wal jibbaa buusuun Rabbiin yaadachuufi salaata irraa isin dhorguudhaSila isin hin dhorgamtanuu
92وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَأَطِيعُوا الرَّسُولَ وَاحْذَرُوا ۚ فَإِن تَوَلَّيْتُمْ فَاعْلَمُوا أَنَّمَا عَلَىٰ رَسُولِنَا الْبَلَاغُ الْمُبِينُ
Rabbiif ajajamaaErgamaafis ajajamaa(Wantoota dhorgaman kanneen irraa) eeggadhaaYoo irraa gara galtan immoo dhugumatti ergamaa keenya irra karaa ifa ta’een (ergaa keenya) geessuu malee wanti biraa akka hin jirre beekaa
93لَيْسَ عَلَى الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جُنَاحٌ فِيمَا طَعِمُوا إِذَا مَا اتَّقَوا وَّآمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ ثُمَّ اتَّقَوا وَّآمَنُوا ثُمَّ اتَّقَوا وَّأَحْسَنُوا ۗ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ
Waan (dur) nyaatan keessatti isaan amananii gaggaariis hojjatan yeroo (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) amananii gaggaariis hojjatan, ergasii (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) amanan; ammas (Rabbiin) sodaataniifi (dalagaa) tolchan irra badiin hin jiruRabbiin toltuu hojjattoota ni jaalata
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
91Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 91

Suuratu Al-Maidah Aayah 91 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti sheyxaanni fedhu dhugaatii macheessaniifi qumaaraan gidduu keessanitti diinummaafi wal…

Suuratu Aayah 91/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 89–93. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers