Adh-Dhariyat · 35/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
فَأَخْرَجْنَا مَن كَانَ فِيهَا مِنَ الْمُؤْمِنِينَ ۝٣٥
Fa akhrajnaa man kaana feehaa minal mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Adh-Dhariyat

33لِنُرْسِلَ عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن طِينٍ
Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”
34مُّسَوَّمَةً عِندَ رَبِّكَ لِلْمُسْرِفِينَ
Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen
35فَأَخْرَجْنَا مَن كَانَ فِيهَا مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne
36فَمَا وَجَدْنَا فِيهَا غَيْرَ بَيْتٍ مِّنَ الْمُسْلِمِينَ
Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin argine
37وَتَرَكْنَا فِيهَا آيَةً لِّلَّذِينَ يَخَافُونَ الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Warra adabbii laalessaa sodaataniif ishee keessatti mallattoo hambifnee jirra
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 35

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne

Suuratu Aayah 35/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers