Adh-Dhariyat · 45/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
فَمَا اسْتَطَاعُوا مِن قِيَامٍ وَمَا كَانُوا مُنتَصِرِينَ ۝٤٥
Famas tataa`oo min qiyaaminw wa maa kaanoo muntasireen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii dhaabbachuu hin dandeenye; tumsamoos hin taane
🎧 Caqasi

📜 Aayah 43-47 — Adh-Dhariyat

43وَفِي ثَمُودَ إِذْ قِيلَ لَهُمْ تَمَتَّعُوا حَتَّىٰ حِينٍ
(Seenaa) Samuud keessas, yeroo hanga murtaa’e tokko qanani’aa isaaniin jedhame (mallattootu jira)
44فَعَتَوْا عَنْ أَمْرِ رَبِّهِمْ فَأَخَذَتْهُمُ الصَّاعِقَةُ وَهُمْ يَنظُرُونَ
Ajaja Gooftaa isaanii irraa ni boonanOdoo isaan ilaalanuu iyyansi (dhumti) isaan qabatte
45فَمَا اسْتَطَاعُوا مِن قِيَامٍ وَمَا كَانُوا مُنتَصِرِينَ
Ergasii dhaabbachuu hin dandeenye; tumsamoos hin taane
46وَقَوْمَ نُوحٍ مِّن قَبْلُ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا فَاسِقِينَ
Ummata Nuuhis san dura (ballessinee jirra)Dhugumatti, isaan ummata finciltoota turan
47وَالسَّمَاءَ بَنَيْنَاهَا بِأَيْدٍ وَإِنَّا لَمُوسِعُونَ
Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 45

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii dhaabbachuu hin dandeenye; tumsamoos hin taane

Suuratu Aayah 45/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers