At-Tur · 26/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
قَالُوا إِنَّا كُنَّا قَبْلُ فِي أَهْلِنَا مُشْفِقِينَ ۝٢٦
Qaalooo innaa kunnaa qablu feee ahlinaa mushfiqeen
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa) sodaatoo turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu At-Tur

24۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ غِلْمَانٌ لَّهُمْ كَأَنَّهُمْ لُؤْلُؤٌ مَّكْنُونٌ
Ijoollee dhiiraa isaanii warra faaya eegamaa fakkaatantu isaan irra naanna’u
25وَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaaniis garii irratti gara galaniiti wal gaggaafatu
26قَالُوا إِنَّا كُنَّا قَبْلُ فِي أَهْلِنَا مُشْفِقِينَ
Ni jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa) sodaatoo turre
27فَمَنَّ اللَّهُ عَلَيْنَا وَوَقَانَا عَذَابَ السَّمُومِ
Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse
28إِنَّا كُنَّا مِن قَبْلُ نَدْعُوهُ ۖ إِنَّهُ هُوَ الْبَرُّ الرَّحِيمُ
Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola oolaa, mararfataadha.”
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — At-Tur 26

Suuratu At-Tur Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa)…

Suuratu Aayah 26/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers