At-Tur · 25/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
وَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ ۝٢٥
Wa aqbala ba`duhum `alaa ba`diny yatasaaa`aloon
📖 Afaan Oromoon
Gariin isaaniis garii irratti gara galaniiti wal gaggaafatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu At-Tur

23يَتَنَازَعُونَ فِيهَا كَأْسًا لَّا لَغْوٌ فِيهَا وَلَا تَأْثِيمٌ
Ishee keessatti geeba (xoofoo farsoo jannataa) kan ishee keessa sobaafi diliin hin jirre walitti daddabarsu (waliif kennu)
24۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ غِلْمَانٌ لَّهُمْ كَأَنَّهُمْ لُؤْلُؤٌ مَّكْنُونٌ
Ijoollee dhiiraa isaanii warra faaya eegamaa fakkaatantu isaan irra naanna’u
25وَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaaniis garii irratti gara galaniiti wal gaggaafatu
26قَالُوا إِنَّا كُنَّا قَبْلُ فِي أَهْلِنَا مُشْفِقِينَ
Ni jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa) sodaatoo turre
27فَمَنَّ اللَّهُ عَلَيْنَا وَوَقَانَا عَذَابَ السَّمُومِ
Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — At-Tur 25

Suuratu At-Tur Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gariin isaaniis garii irratti gara galaniiti wal gaggaafatu

Suuratu Aayah 25/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers