At-Tur · 27/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
فَمَنَّ اللَّهُ عَلَيْنَا وَوَقَانَا عَذَابَ السَّمُومِ ۝٢٧
Famannnal laahu `alainaa wa waqaanaa `azaabas samoom
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu At-Tur

25وَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaaniis garii irratti gara galaniiti wal gaggaafatu
26قَالُوا إِنَّا كُنَّا قَبْلُ فِي أَهْلِنَا مُشْفِقِينَ
Ni jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa) sodaatoo turre
27فَمَنَّ اللَّهُ عَلَيْنَا وَوَقَانَا عَذَابَ السَّمُومِ
Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse
28إِنَّا كُنَّا مِن قَبْلُ نَدْعُوهُ ۖ إِنَّهُ هُوَ الْبَرُّ الرَّحِيمُ
Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola oolaa, mararfataadha.”
29فَذَكِّرْ فَمَا أَنتَ بِنِعْمَتِ رَبِّكَ بِكَاهِنٍ وَلَا مَجْنُونٍ
Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — At-Tur 27

Suuratu At-Tur Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse

Suuratu Aayah 27/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers