At-Tur · 28/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
إِنَّا كُنَّا مِن قَبْلُ نَدْعُوهُ ۖ إِنَّهُ هُوَ الْبَرُّ الرَّحِيمُ ۝٢٨
Innaa kunnaa min qablu nad`oohu innahoo huwal barrur raheem
📖 Afaan Oromoon
Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola oolaa, mararfataadha.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu At-Tur

26قَالُوا إِنَّا كُنَّا قَبْلُ فِي أَهْلِنَا مُشْفِقِينَ
Ni jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa) sodaatoo turre
27فَمَنَّ اللَّهُ عَلَيْنَا وَوَقَانَا عَذَابَ السَّمُومِ
Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse
28إِنَّا كُنَّا مِن قَبْلُ نَدْعُوهُ ۖ إِنَّهُ هُوَ الْبَرُّ الرَّحِيمُ
Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola oolaa, mararfataadha.”
29فَذَكِّرْ فَمَا أَنتَ بِنِعْمَتِ رَبِّكَ بِكَاهِنٍ وَلَا مَجْنُونٍ
Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti
30أَمْ يَقُولُونَ شَاعِرٌ نَّتَرَبَّصُ بِهِ رَيْبَ الْمَنُونِ
“Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — At-Tur 28

Suuratu At-Tur Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola…

Suuratu Aayah 28/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers