At-Tur · 32/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ تَأْمُرُهُمْ أَحْلَامُهُم بِهَٰذَا ۚ أَمْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ ۝٣٢
Am taamuruhum ahlaamuhum bihaazaaa am hum qawmun taaghoon
📖 Afaan Oromoon
Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata daangaa darboodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu At-Tur

30أَمْ يَقُولُونَ شَاعِرٌ نَّتَرَبَّصُ بِهِ رَيْبَ الْمَنُونِ
“Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii
31قُلْ تَرَبَّصُوا فَإِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُتَرَبِّصِينَ
“Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin
32أَمْ تَأْمُرُهُمْ أَحْلَامُهُم بِهَٰذَا ۚ أَمْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata daangaa darboodha
33أَمْ يَقُولُونَ تَقَوَّلَهُ ۚ بَل لَّا يُؤْمِنُونَ
Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin amanne
34فَلْيَأْتُوا بِحَدِيثٍ مِّثْلِهِ إِن كَانُوا صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbatan ta’aniif haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — At-Tur 32

Suuratu At-Tur Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata…

Suuratu Aayah 32/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers