At-Tur · 31/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
قُلْ تَرَبَّصُوا فَإِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُتَرَبِّصِينَ ۝٣١
Qul tarabbasoo fa innee ma`akum minal mutarabbiseen
📖 Afaan Oromoon
“Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 29-33 — At-Tur

29فَذَكِّرْ فَمَا أَنتَ بِنِعْمَتِ رَبِّكَ بِكَاهِنٍ وَلَا مَجْنُونٍ
Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti
30أَمْ يَقُولُونَ شَاعِرٌ نَّتَرَبَّصُ بِهِ رَيْبَ الْمَنُونِ
“Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii
31قُلْ تَرَبَّصُوا فَإِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُتَرَبِّصِينَ
“Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin
32أَمْ تَأْمُرُهُمْ أَحْلَامُهُم بِهَٰذَا ۚ أَمْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata daangaa darboodha
33أَمْ يَقُولُونَ تَقَوَّلَهُ ۚ بَل لَّا يُؤْمِنُونَ
Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin amanne
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — At-Tur 31

Suuratu At-Tur Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin

Suuratu Aayah 31/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers