At-Tur · 38/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ لَهُمْ سُلَّمٌ يَسْتَمِعُونَ فِيهِ ۖ فَلْيَأْتِ مُسْتَمِعُهُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ ۝٣٨
Am lahum sullamuny yastami`oona feehi falyaati mustami`uhum bisultaanim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Moo kortoo (samii geessu) kan isa keessaan (maleykota) dhagayantu isaaniif jira! Dhaggeeffataan isaanii ragaa ifa ta’een haa dhufu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu At-Tur

36أَمْ خَلَقُوا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۚ بَل لَّا يُوقِنُونَ
Moo samiifi dachii uuman? Lakki, isaan hin dhugoomsanu
37أَمْ عِندَهُمْ خَزَائِنُ رَبِّكَ أَمْ هُمُ الْمُصَيْطِرُونَ
Kuusaa Gooftaa keetiitu isaan bira jira moo isaantu injifattoota
38أَمْ لَهُمْ سُلَّمٌ يَسْتَمِعُونَ فِيهِ ۖ فَلْيَأْتِ مُسْتَمِعُهُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Moo kortoo (samii geessu) kan isa keessaan (maleykota) dhagayantu isaaniif jira! Dhaggeeffataan isaanii ragaa ifa ta’een haa dhufu
39أَمْ لَهُ الْبَنَاتُ وَلَكُمُ الْبَنُونَ
Moo Isaaf ilmaan dubaraa jiraataniiti isiniif immoo ilmaan dhiiraa jiru
40أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ
Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — At-Tur 38

Suuratu At-Tur Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo kortoo (samii geessu) kan isa keessaan (maleykota) dhagayantu isaaniif…

Suuratu Aayah 38/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers