At-Tur · 37/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ عِندَهُمْ خَزَائِنُ رَبِّكَ أَمْ هُمُ الْمُصَيْطِرُونَ ۝٣٧
Am`indahum khazaaa`inu rabbika am humul musaitiroon
📖 Afaan Oromoon
Kuusaa Gooftaa keetiitu isaan bira jira moo isaantu injifattoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu At-Tur

35أَمْ خُلِقُوا مِنْ غَيْرِ شَيْءٍ أَمْ هُمُ الْخَالِقُونَ
Sila isaan odoo wanti isaan uume hin jirre uumaman moo isaanumatu uumoo dha
36أَمْ خَلَقُوا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۚ بَل لَّا يُوقِنُونَ
Moo samiifi dachii uuman? Lakki, isaan hin dhugoomsanu
37أَمْ عِندَهُمْ خَزَائِنُ رَبِّكَ أَمْ هُمُ الْمُصَيْطِرُونَ
Kuusaa Gooftaa keetiitu isaan bira jira moo isaantu injifattoota
38أَمْ لَهُمْ سُلَّمٌ يَسْتَمِعُونَ فِيهِ ۖ فَلْيَأْتِ مُسْتَمِعُهُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Moo kortoo (samii geessu) kan isa keessaan (maleykota) dhagayantu isaaniif jira! Dhaggeeffataan isaanii ragaa ifa ta’een haa dhufu
39أَمْ لَهُ الْبَنَاتُ وَلَكُمُ الْبَنُونَ
Moo Isaaf ilmaan dubaraa jiraataniiti isiniif immoo ilmaan dhiiraa jiru
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — At-Tur 37

Suuratu At-Tur Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kuusaa Gooftaa keetiitu isaan bira jira moo isaantu injifattoota

Suuratu Aayah 37/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers