At-Tur · 43/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
أَمْ لَهُمْ إِلَٰهٌ غَيْرُ اللَّهِ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ ٤٣
Transliteration
Am lahum ilaahun ghairul laa; subhaanal laahi `ammaa yushrikoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Moo Rabbiin malee gabbaramaa biraa qabu? Rabbiin waan isaan itti qixxeessan irraa qulqullaa’e
🎧 Caqasi
📜 Aayah 41-45 — At-Tur
41أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Moo isaan bira iccitiin fagoo jiraateeti isaan barreeffatan
42أَمْ يُرِيدُونَ كَيْدًا ۖ فَالَّذِينَ كَفَرُوا هُمُ الْمَكِيدُونَ
Lakkii! Tooftaa baasuu fedhaniWarri kafare isaanuma kan tooftaan itti baafamu
43أَمْ لَهُمْ إِلَٰهٌ غَيْرُ اللَّهِ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Moo Rabbiin malee gabbaramaa biraa qabu? Rabbiin waan isaan itti qixxeessan irraa qulqullaa’e
44وَإِن يَرَوْا كِسْفًا مِّنَ السَّمَاءِ سَاقِطًا يَقُولُوا سَحَابٌ مَّرْكُومٌ
Yoo samii irraa cittuu wahii kan gadi kuftu arganis “duumessa kuufamaadha” jedhu
45فَذَرْهُمْ حَتَّىٰ يُلَاقُوا يَوْمَهُمُ الَّذِي فِيهِ يُصْعَقُونَ
Hanga guyyaa isaanii kan isa keessa dhuman qunnamanitti isaan dhiisi
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
43Aayah
Hiikkaa — At-Tur 43
Suuratu At-Tur Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo Rabbiin malee gabbaramaa biraa qabu? Rabbiin waan isaan itti…Suuratu Aayah 43/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








