An-Najm · 9/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
فَكَانَ قَابَ قَوْسَيْنِ أَوْ أَدْنَىٰ ۝٩
Fakaana qaaba qawsaini aw adnaa
📖 Afaan Oromoon
Hanga fageenya qabannaa gooboo lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 7-11 — Suuratu An-Najm

7وَهُوَ بِالْأُفُقِ الْأَعْلَىٰ
Inni moggaa (samii) isa ol aanaa irratti (ol ta’e)
8ثُمَّ دَنَا فَتَدَلَّىٰ
Ergasii dhihaatee gadis bu’e
9فَكَانَ قَابَ قَوْسَيْنِ أَوْ أَدْنَىٰ
Hanga fageenya qabannaa gooboo lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e
10فَأَوْحَىٰ إِلَىٰ عَبْدِهِ مَا أَوْحَىٰ
Gara gabricha Isaatti (Rabbiitti) waan wahyii godhe wahyii godhe
11مَا كَذَبَ الْفُؤَادُ مَا رَأَىٰ
Onneen (Nabiyyii-SAW) waan arge keessatti homaa hin sobne
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — An-Najm 9

Suuratu An-Najm Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hanga fageenya qabannaa gooboo lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e

Suuratu Aayah 9/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers