An-Najm · 8/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
ثُمَّ دَنَا فَتَدَلَّىٰ ۝٨
Summa danaa fatadalla
📖 Afaan Oromoon
Ergasii dhihaatee gadis bu’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu An-Najm

6ذُو مِرَّةٍ فَاسْتَوَىٰ
Abbaa humnaa ta’ee (bifa Rabbiin irratti isa uumeen) ol ta’e
7وَهُوَ بِالْأُفُقِ الْأَعْلَىٰ
Inni moggaa (samii) isa ol aanaa irratti (ol ta’e)
8ثُمَّ دَنَا فَتَدَلَّىٰ
Ergasii dhihaatee gadis bu’e
9فَكَانَ قَابَ قَوْسَيْنِ أَوْ أَدْنَىٰ
Hanga fageenya qabannaa gooboo lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e
10فَأَوْحَىٰ إِلَىٰ عَبْدِهِ مَا أَوْحَىٰ
Gara gabricha Isaatti (Rabbiitti) waan wahyii godhe wahyii godhe
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — An-Najm 8

Suuratu An-Najm Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii dhihaatee gadis bu’e

Suuratu Aayah 8/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers